Educational Tour
Posted on by obu
0
Lorem Ipsum is simply dummy text of the printing and typesetting industry. Lorem Ipsum has been the industry’s standard dummy text ever since the 15
Yunivarsiitiin Odaa Bultum barsiisota waggaa tokkkoof leenjisaa ture baay’inni isaanii 97 kan ta’an guyyaa har’aa kan eebbisiise yoo ta’u, 54 sagantaa dippiloomaa olaanaafi 43 sagantaa fooyya’iinsa afaan Ingiliziitiin eebbisiise. Yunivarsiitichi leenjiin hojiirra gahumsa barsiisotaa yeroodhaa gara yeroottii dabaluu akka danda’u cimsee kan hubatu yoo ta’u, qulqullina barnootaa eegsisuuf leenjii akkanaa kennuun murteessaa akka ta’e […]
Biyya tokkotti jiruuf jireenya lammiilee guddisuuf yuunivarsiitiin ga’ee guddaa qabdi. . Akkaatuma kanaan yuunivarsiitiin Odaa Bultum gita banaa qaburratti hojii tajaajila kaaffeetiif namoota ulaagaa guutan dorgomanii darbaniif,ramaddii kennee hojiitti bobbaasuuf leenjii hojiin duraa guyyaa lamaaf kennee jira. Qabiyyeen leenjii kunis naamusa hojiitiifi duudhaa mana hojiirratti kan xiyyeeffatu ture. Leenjiin kun yuunivarsiitii Odaa Bultumitti qindoomina kutaa […]
ሴት ተማሪዎች በዩኒቨርሲቲዉ ቆይታቸዉ የሚገጥሟቸዉን የተለያዩ ችግሮች ተወያይተዉ የሚፈቱበትን ሁኔታ ከማሳለጥ ኣንፃር ምቹ ሁኔታን ለመፍጠር በማሰብ የዩኒቨርሲቲዉ የሴቶች፣ ሕፃናት እና ወጣቶች ጉዳይ ዳይሬክቶሬት ዳይሬክተር የሆኑት ወ/ሮ ዝምታ ኪዳኔ ለሴት ተማሪዎች ተወካይ የቢሮ (የዜሮ-ፕላን ክፍል ) ቁልፍ ርክክብ ባከናወኑበት መርሃ-ግብር ላይ እንደገለፁት ፤ኦዳ ቡልቱም ዩኒቨርሲቲ በኢኮኖሚ አቅማቸዉ ዝቅተኛ ለሆኑ ተማሪዎች ከሚሰጠዉ የገንዘብ እና የቁሳቁስ ድጋፍ በተጨማሪ […]
Manni barnootaa addaa sadarkaa 2ffaa yunivarsiitiin Odaa Bultum barattoota haaraa bara barnootaa 2014tti kutaa 9ffaa barsiisuuf dorgomsiisee marsaa lammaffaaf simateera. Manni barootaa addaa kun bara barnootaa 2013tti barattoota 22 simatee barsiisaa kan ture yoo ta’u, bara barootaa 2014tti immoo barattoota 27 dorgomsiisee simachuu danda’eera. Walumaagalatti yeroo ammaa kana barattoota 49 kan qabu yoo ta’u, […]
yunivarsiitichi barattoota rakkoo nageenyaatiin garanatti ramadaman simachuun isaa ni yaadatama. Yunivarsiitichi barattoota simannaan godhameef kana akkaataa dambii ittiin bulmaata mooraa fi naamusaa irratti hubannoo kennanii jiru. Barattoota ofitti simatee barsiisuuf jiru kanaaf karaa hoggantootaa fi caasaalee hoggansaa sadarkaa sadarkaan jiran irraa walitti baba’aniin marii bal’aan hubannoo dhimma dambii fi naamusa barattootaa irratti ibsa bal`aa kennaniifi jiru. […]
ኦዳ ቡልቱም ዩኒቨርሲቲ 18ኛዉን ዓለም ኣቀፍ ሙስናን የመከላከል ቀን በማሰብ ዉይይት ኣካሄደ በኣለም አቀፍ ደረጃ ለ18ኛ በሓገራችን ለ17ኛ ጊዜ የተከበረዉን ሙስናን የመከላከል ቀን በማሰብ በዩኒቨርሲቲዉ የሥነ-ምግባር እና ፀረ ሙስና ዳይሬክቶሬት ኣዘጋጅነት “በሥነ-ምግባር የታነፀ ኣመራር ከሙስና ለፀዳች ኢቲዮጲያ“ በሚል መሪ ቃል ዉይይት ተካሄደ። ዉይይቱን በንግግር የከፈቱት የዩኒቨርሲቲዉ ፕሬዚዳንት ፕሮፌሰር ሙክታር መሓመድ እንዳሳሰቡት እያንዳንዱ የዩኒቨርሲቲዉ ሰራተኛ […]
Yunivarsiitiin Odaa Bultum ogeeyyii waajjira Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa bulchiinsa magaalaa Ciroo irraa walitti babba’aniif leenjii hubannoo uumuu dhimma karoora daldalaa qopheessuu, qabiinsa maallaqaa, odiitiifi falaasama Kaayizan irratti Sadaasa 30/2014 hanga Mudde 01/2014 tti kenne. Sirna baniinsa sagantichaa irratti haasawa kan taasisan qindeessaan tajaajila hawaasaa Yunivarsiitii Odaa Bultum b/saa Addunyaa Dinquu leenjichi kan […]
Yunivarsiitiin Odaa Bultum Mana Barumsa Sad. 2ffaa Bultii Addaa Ifa Booruuf Deeggarsa Laate . Deeggarsi kunis,koompiitaroota minjaalaa(desk-top computer)modeela “Lenovo”lakkoofsaan30 ta’anii fi gatiin isaanii qar.kuma dhibbaa torba (700,000) olitti shallagamu ta’uun isaa ibsameera. Sirni walharkaa fuudhiinsa gumaacha kanaa kan taasifameSadaasa 16, 2014 godina Harargee Bahaa Aanaa Haraamaayaatti yammuu ta’u bakka bu’oonni hooggansa Yunivarsiitii Odaa Bultumii fi […]
Oda Bultum University Conducts Students’ question and answer competition OBU Ethics and Anti-Corruption Directorate in Collaboration with Federal Ethics & Anti-Corruption Commission held students’ question and answer competition program among students on November 27, 2021. On the official launching ceremony of the program Mr Kedir Lugo, Head of the President Office, welcomed the participants and […]
Yunivarsiitiin Odaa Bultum gargaarsa miidhaan nyaataa kuntaala200 ummata godina Booranaatti balaa hoongeen miidhamaniif arjoome Yunivarsiitiin Odaa Bultum erga hundeeffame irraa eegalee ,hojii baruu-barsiisuu cinaatti ,ammaan dura rakkoolee sadarkaa sadarkaan lammii keenya qoraa turan irratti aadaa wal-gargaaruu cimsachaa,yeroo rakkoos hawaasaa cinaa dhaabbachuun hojjachaa tureera. Akkuma beekkamutti yeroo ammaa,godina Booranaatti sababa hanqina roobaatiin balaan hoongee uumamuu isaatiin, […]
Oda Bultum University delivers practical based capacity building training on improved honey production system to farmer beekeepers of west Hararghe Zone. This training was planned to be delivered in this time because November to end of December is active flowering months in which large honey is expected to be produced if bee colonies are scientifically […]
Oda Bultum University College of Agriculture Department of Horticulture provides awareness raising short term training for greenery employees, who work under facility management directorate, on the topic of ornamental plant nursery. The training was provided on Nov.3-4/2021 at OBU hall where as 27 trainees were actively participated. The training mainly focused on the contents of […]