ለቅድመ ምረቃ ተማሪዎች በሙሉ
እንደሚታወቀዉ የሳይንስና ከፍተኛ ትምህርት ሚኒስቴር በስሩ ካሉት የመንግስት ዩኒቨርሲቲዎች ጋር በመተባበር ብዙ ስራዎችን እየሰራ ይገኛል። ከነዚህ ስራዎች ዉስጥም ለተማሪዎቻችን ኣጋዥ(ጠቃሚ) የሆኑ መጽሃፍትንና ኣጫጭር ማጣቀሻ ኖቶችን በተለያዩ ድረ-ገጾችና ሊንኮች ላይ በመልቀቅ ተጠቃሚ እንዲሆኑ ማገዝ አንዱ ነዉ፡፡ ኦዳ ቡልቱም ዩኒቨርሲቲም ከነዚ ትምህርት ተቋማት ኣንዱ እንደመሆኑ ተማሪዎቻችን በሚከተሉት ድረ-ገጾችና ሊንኮች እየተለቀቁ ያሉትን መጽሓፍትና ኖቶችን በማዉረድ ተጠቃሚ እንድትሆኑ እናሳስባለን።
ድረ-ገጾቹም፡-
1 የተለያዩ የኮርስ ና ሌሎች ኣጋዥ መጽሓፍት የሚገኙበት ዲጂታል ቤተ-መጽሓፍት(digital library) (http://ndl.ethernet.edu.et/)
2 በርካት መጽሓፍትን የያዘ TechIn ቤተ-መጽሓፍት(TechIn library) (http://library.techin.et/)
3 የኦን ላየን ትምህርት(online education) ማግኘት ከፈለጋችዉ (http://courses.ethernet.edu.et/)
ለድረ- ምረቃ ተማሪዎች
የዽረ-ምረቃ ተማሪዎቻችን የተለያዩ መጽሓፍትንና የሁለተኛና የሶስተና ድግሪ መመረቂያ ጽሑፎችን በሚከተለዉ ሊንክ ታገኛላችዉ (http://nadre.ethernet.edu.et/)
Barattoota digirii jalqabaa barachaa jirtaniif
Koorsiileen semisteera 2ffaa irratti kennaman marsariitii gara garaa irratti kan gadi lakkifaman yoo ta’u, moojuloota, kitaabilee deeggarsaafi qabsiisawwan gaggabaaboo marsariitiiwwan armaan gadii irraa hordofaa.
- Mana kitaabaa digitaalaa qophaa’e (http://ndl.ethernet.edu.et/) banuun hordofaa.
- Manni kitaabaa teeknoloojii qabiyyee bal’aa ofkeessatti qabates qophaa’eera. Isa argachuuf (http://library.techin.et/) banaa ilaalaa.
- Barnoota qilleensarraan “on line’ kennuuf kan nama dandeessisu tooftaan hoggansa barnootaa mijaa’eera. Kanaaf immoo, (http://courses.ethernet.edu.et/) banuun ilaalaa.
Barattootaf kanfaltii malee marsariitiiwwan kana bananii akka dubbisaniif, ministeerrii saayinsiifi dhaabbilee barnoota olaanoo dhabbata ‘Etiyoo-teelee’ waliin hojjachaa jira. Kanaaf barattoonni keenya bakka jiran taa’anii barnoota isaanii akka hordofaniifi yeroo gara mooraatti deebi’an haala qabatamaa yeroo irratti hundaa’uudhaan, akkaataa koorsiileen itti xumuraman irratti kan hojjatamu ta’a.
Barattoota sagantaa Eeb-booddeef
Barattoota sagantaa eeb-booddee (post graduate program) barachaa jirtaniif immoo, kitaabilee deeggarsaa, qorannoowwan digirii 2ffaafi 3ffaa argachuuf liinkii (http://nadre.ethernet.edu.et/) fayyadamaa. Kuni akkuma jirutti ta’ee kallattii yunivarsiitiin yeroo gara yerootti kaa’u hordofaa deemuun barbaachisaadha.
For Under Graduate Program
As it is well known, the ministry of science and higher education is doing a lot with collaboration of universities in the country in general and OBU in particular. Taking this in to consideration, different website with d/t links are developed for posting modules, supportive text books and short notes as below.
- Digital library is developed and click (http://ndl.ethernet.edu.et/) to use it.
- TechIn library with multi content is developed and click (http://library.techin.et/) to use it.
- Learning management system which can support online education is developed and click (http://courses.ethernet.edu.et/) to use it.
Ministry of science and higher education is working with Ethio-telecom to make the connection free of payment and students had better to search and gather educational materials via the above mentioned links until they come back to the campus.
For Post Graduate Program
For post graduate program students, there were a developed links and different books, thesis and dissertation are being posted in this links. i.e. (http://nadre.ethernet.edu.et/)