ሴት ተማሪዎች በዩኒቨርሲቲዉ ቆይታቸዉ የሚገጥሟቸዉን የተለያዩ ችግሮች ተወያይተዉ የሚ
Yuunivarsiitiin Odaa Bultum Barsiioota Haraa Qacaraman Lakkoofsaan 60 ol Ta’aniif Leenjii Gabaabaa Koorsii Madaqinsaa (Induction Course) Kenne Leenjichi kan qophaa’e qindoomina kutaa daareektooreetii Mirkaneessaa Qulqullina Gahoomina Barnootaafi Itti Aanaa piresidaantii dhimma barnootaatiin ta’uunsaa ibsameera
Qophiin leenjii kunis gaafa guyyaa Mudde 9 fi 10/2014tti galma walgahii Yuunivarsiitii Odaa Bultum keessatti yaada ka’umsa “:leenjiin
Manni barnootaa addaa sadarkaa 2ffaa yunivarsiitii Odaa Bultum Barattoota marsaa 2ffaaf simate
Manni barnootaa addaa sadarkaa 2ffaa yunivarsiitiin Odaa Bultum barattoota haaraa bara barnootaa 2014tti kutaa 9ffaa barsiisuuf dorgomsii
yunivarsiitiin odaa bultum barattoota yunivarsiitiiwwan adda addaa irraa sababa rakkoo nageenyaatiin garanatti ramadamaniif Simannaan Baga Nagaan Dhuftanii Taasifameef
yunivarsiitichi barattoota rakkoo nageenyaatiin garanatti ramadaman simachuun isaa ni yaadatama. Yunivarsiitichi barattoota simannaan godhameef kana
ኦዳ ቡልቱም ዩኒቨርሲቲ 18ኛዉን ዓለም ኣቀፍ ሙስናን የመከላከል ቀን በማሰብ ዉይይት ኣካሄደ
ኦዳ ቡልቱም ዩኒቨርሲቲ 18ኛዉን ዓለም ኣቀፍ ሙስናን የመከላከል ቀን በማሰብ ዉይይት ኣካ
Yunivarsiitiin Odaa Bultum ogeeyyii waajjira Intarpiraayizii Maayikiroo Xixiqqaa irraa dhufaniif leenjii hubannoo uumuu kenne
Yunivarsiitiin Odaa Bultum ogeeyyii waajjira Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa
bulchiinsa magaalaa Ciroo irraa walitti babba’ani
Yunivarsiitiin Odaa Bultum Akka Godina Harargee Lixaatti Qonnaan Bultoota Horii Gabbisuu Irratti Moodeela Ta’aniif Leenjii Gabaabaa Hubannoo Isaanii Cimsu Kenne. Leenjiin kunis kolleejjii qonnaa Yunivarsiitii Odaa Bultumiin kan qophaa’e yammuu ta’u,qonnaan bultoota muuxannoo horii gabbisuun gabaaf dhiheessuun galii olaanaa argachuun moodeela ta’an lakkoofsi isaanii 15 ta’eefi ogeessonni misooma qonnaa 2 Aanaa Ciroo irraa babahan irratti hirmaataniiru.
Yunivarsiitiin Odaa Bultum Akka Godina Harargee Lixaatti Qonnaan Bultoota Horii Gabbisuu Irratti Moodeela Ta’aniif Leenjii Gabaabaa Hubannoo Is
Oda Bultum University Conducts Students’ question and answer competition
Oda Bultum University Conducts Students’ question and answer competition
OBU Ethics and Anti-Corruption Directorate in Collaboration with Fede