Oduu Gaddaa
Obbo Muussaa Sufiyaan hojjataa Kutaa Bulchiinsa Faaciliitii Damee Inginariingii Ijaarsaa Yuunivarsiitii Odaa Bultum Yommuu ta`u tasa dhukkubsatee erga yaalamaa turee booda gaafa guyyaa 27/02/2014tti Addunyaa kanarraa Du`aan Boqatee jira . Obbo Muussaan hojjataa Hojjattoota Yuunivarsitichaa wajjiin walitti dhufeenya gaarii qabuu fi Halkanii fi guyyaa nuffii tokko malee kaayyoo Dhaabbatichaaf ciniinfatanii hojjataa kan turaniifi Amala Gaarii nama qabu turan.
Hawaasni Yuunivarsiitii Odaa Bultum gaddi onnee nama madeessu kan isaanitti dhagahame ta`uu ibsaa Maatii fi Hiriyoottan isaa hundaaf Jajjabina hawwa!
A statement of sorrow.
At Oda Bultoum University Facility Management Department Mr. Musa Sufian, a colleague of the university construction department of engineering and cleaning department, has been given medical assistance due to the pain hemp on 27/02/2014 E. Mr. Musa has passed away. Mr. Musa was a very friendly, hardworking and a model worker who worked hard to achieve the purpose of the organization. The Oda Bultoum University community expresses its deepest condolences on the death of our brother and wishes condolences to his friends, colleagues and family.