
ማስታወቂያ በ2014 ዓ.ም የትምህርት ዘመን በኦዳ ቡልቱም ዩኒቨርሲቲ አዲስ የተመደባችሁ ተማሪዎች የመግቢያ ቀን ግንቦት 8 እና 9 ሲሆን ምዝገባ የሚካሄደው ግንቦት 10 እና 11 ይሆናል፡፡
Posted on by obu
0
ወደ ዩኒቨርሲቲው በምትመጡበት ጊዜ፡-
1. የ8ኛ ክፍል ሰርትፊኬት ኦርጅናልና ኮፒ
2. የ10ኛ እና 12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና ውጤት ኦርጅናልና ኮፒ
3. ከ9-12ኛ ክፍል የተማራችሁበት ትራንስክሪብት ኦርጅናልና ኮፒ
4. አራት ፓስፖርት ሳይዝ ጉርድ ፎቶ ግራፍ እንዲሁም
5. አንሶላ፣ የስፖርት ትጥቅ፣ የትራስ ጨርቅ እና ብርድ ልብስ በመያዝ በኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ መንግስት በምዕራብ ሐረርጌ ዞን ጭሮ ከተማ በሚገኘዉ ዋናዉ ካምፓስ በአካል ቀርባችሁ እንድትመዘገቡ እናሳስባለን፡፡
ማሳሰቢያ፡- ከተጠቀሰው ቀን በፊትም ሆነ በኋላ የሚመጡ ተማሪዎችን የማናስተናግድ መሆኑን እናሳውቃለን፡፡
ሬጅስትራር ጽ/ቤት
Beeksisa
Barattoota Haaraa Bara Barnootaa 2014 Yuunivarsiitii Odaa Bultumitti Ramadamtan Hundaaf: –
Guyyaan gara Yuunivarsiitii seentan Caamsaa 8 fi 9, guyyaan galmee- Caamsaa 10 fi 11 ta’uu isin beeksisaa, yeroo dhuftanitti kanneen armaan gaditti ibsaman qabattanii akka dhuftan isin beeksifna.
1. Kaardii kutaa 8ffaa orijinaalaafi koppii
2. Qabxii Qormaata Biyyoollessaa kutaa 10ffaa fi 12ffaa orijinaalaafi koppii
3. Tiraaniskiriptii kutaa 9–12 orijinaalaafi koppii
4. Footoo/Suura qomaa olii abbaa 3*4 afur akkasumas uffata qorraa, golgaa siree ykn ansoolaa, golgaa boraatii fi uffata ispoortii qabachuun Godina Harargee Lixaa Magaalaa Cirootti kan argamu Mooraa guddicha Yuunivarsiitichaatti qaamaan argamuun akka galmooftan isin beeksifna.
Hubachiisa: Barattoota yeroo armaan olitti ibsamee/eeramee duras ta’e booda dhufan Yuunivarsiitichi kan hin keessumessine ta’uu isin beeksifna.
Rejistiraara Yuunivarsiitii Odaa Bultum